Academia.edu no longer supports Internet Explorer.
To browse Academia.edu and the wider internet faster and more securely, please take a few seconds to upgrade your browser.
Followers
24
Following
20
Public Views
Enter the email address you signed up with and we'll email you a reset link.
Uploads
Papers by assegid dereje
Xiyyeeffannaan qorannoo kanaa inni guddaan Xinxala Madaallii Walitti Fufaa Barnoota Afaan Oromoo Godina Arsii Mana Barumsa Suudee Sadarkaa 2ffaa Kutaa 9ffaa irratti. Qorannoon kun mala qorannoo ibsaatti fayyadamuun kan gaggeeffameedha. Kunis mala qorannoo makoo (akkamtaafi hammamtaa) ofkeessatti kan qabateedha. Qorannoo kana qorattuun wayita gaggeessitu akaakuu iddatteessuu al-carraa keessaa iddatteessuu kaayyeffame barsiisotaaf akkasumas, iddatteessuu carraa keessaa akaakuu iddatteessuu carraa tasaa barattootaaf fayyadamuun raawwatame. Ragaan barsiisota jahaafi barattoota afurtamii afur irraa walitti qabameen xiinxalamee jira. Ragaaleen kunneenis meeshaalee odeeffannoo funaanuuf gargaaran keessaa af-gaaffii, marii gareefi sakatta'iinsa dookmantii fayyadamuun walitti qabamee jira. Ragaan af-gaaffiifi marii gareen walitti qabame mala akkamtaatti fayyadamuun kan xiinxalamee yoo ta’uu, yaada deebiistootaa wabeeffachuun ibsame. Kana malees, ragaan sakatta'insa dookmantiin walitti qabame mala qorannoo hammamtaanfi akkamtaatti fayyadamuun xiinxalamee jira. Bu'aan qorannichaa akka agarsiisutti, madaallii walitti fufaa irratti taasifamu haala barbaadameen hojiirra ooolchuuf rakkoowwan hudhaa ta’an keessa barataan daree keessatti baay'achuu, barsiisonni madaallii walitti fufaa hojiirra ooolchuuf fedhii dhabuu, akkasumas, barattoonni gochalee dandeettii barreessuu irratti si'aa'inaan hirmaachuuf fedhii dhabuu, barattoonni fedhii dubbisuu dhabuu, mana barumsaa keessatti barsiisota irratti hojiin baay’achuu, barfannaa barattoota tokko tokkoofi hafteen barattoota baay’achuu, qubeessii barattoota sirnaan dubbifamuu dhabuun, daree barnoota Afaan Oromoo kessatti madaallii walitti fufaa haala bu'a qabeessa ta’een hojiirra ooolchuuf isaan kunniin hudhaa ta’uu isaanii qorattuun mirkaneeffattee jirti. Sadarkaalee dandeettii dubbisuufi barreessuu tokkoon tokkoon isaanii irratti haala walitti fufaa ta’een madaalliin hingaggeeffamu. Dhuma irrattis, argannoowwan irratti hunda'uun haala Xinxala Madaallii Walitti Fufaa Barnoota Afaan Oromootiin barreessuufi dubbiisuu hojiirra itti ooluu danda'u mijeessuuf sadarkaalee dandeettii barreessuu jiran tokkoon tokkoon isaanii irratti barattoonni maal akka fakkaatan haala walitti fufaa ta’een dandeettii barreessuu barattoota isaanii kan madaalanii miti. Kanaafuu, tooftaalee kanneen akka battallee, yaalii, abbaltii, bakka duwwaa guutuu, filannoo, dhugaa ykn soba, firoomsii, himoota sirreessuufi qormaata barreeffamaatiin alaa tooftaalee madallii kanneen biraa sadarkaalee dandeettii barreessuu jiran tokkoon tokkoon isaanii irratti bal'inaan bakka bu'anii barsiisotaan akka fayyadamuu qaban yaboon qorattuun kennamee jira.